AI Daldala Xixiqqaa Itoophiyaa: Karaa 10 Yeroo Ittiin Qusattan

Yoo ati daldala xixiqqaa Itoophiyaa keessatti kan hojjettu tatee — shop, salon, pharmacy, restaurant, ykn freelancer tahuu kee — beekta guyyaa guyyaan yeroon akkam ariifachiisaa akka ta’e. Customer’ii deebisuu, order galmeessuu, social media post uumuu, fi inventory hordofuu — hundi…






